Al-A'raf 7:131

Compare 2 Oromo translations

فَإِذَا جَاءَتْهُمُ الْحَسَنَةُ قَالُوا لَنَا هَٰذِهِ ۖ وَإِنْ تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ يَطَّيَّرُوا بِمُوسَىٰ وَمَنْ مَعَهُ ۗ أَلَا إِنَّمَا طَائِرُهُمْ عِنْدَ اللَّهِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo toltuun wahii isaanitti dhufte "kun nuuf malti" jedhu, Yoo hamtuun isaan tuqxe immoo Muusaafi namoota isa waliinii irratti hooddatu, Dhagayaa! Dhugumatti,hooddannaan isaanii Rabbiin bira jira. Garuu irra hedduun isaanii hin beekan.

Gali Ababor

Yeroo toltuun wahii isaanitti dhufte "tun nuuf malti" jedhu, Yoo hamtuun isaan tuqxe immoo Muusaafi warra isa waliinii irratti hooddatu, Dhagayaa! Dhugumatti hooddannaan isaanii Rabbiin biratti tahe. Garuu irra hedduun isaanii hin beekan.

Rowwad Translation Center