Al-A'raf 7:148

Compare 2 Oromo translations

وَاتَّخَذَ قَوْمُ مُوسَىٰ مِنْ بَعْدِهِ مِنْ حُلِيِّهِمْ عِجْلًا جَسَدًا لَهُ خُوَارٌ ۚ أَلَمْ يَرَوْا أَنَّهُ لَا يُكَلِّمُهُمْ وَلَا يَهْدِيهِمْ سَبِيلًا ۘ اتَّخَذُوهُ وَكَانُوا ظَالِمِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Ummanni Muusaa (deemsa) isaa booda faaya isaanii irraa jibicha qaama sagaleen (akka koqiinsaa) isaaf taate tolfatan, Sila akka inni isaanitti hin dubbanneefi gara karaa (sirriis) isaan hin qajeelchine hin arganuu? (Gabbaramaa) isa godhatan; miidhaa hojjattootas ta’an.

Gali Ababor

Ummanni Muusaa (deemsa) isaa booda faaya isaanii irraa jibicha qaama (lubbuu hinqabne) tolfatan, kan sagaleen (akka koqiinsaa) isaaf taate. Sila akka inni isaanitti hin dubbanneefi gara karaa (sirriis) isaan hin qajeelchine hin arganii? (Gabbaramaa) isa godhatan; miidhaa hojjattoota ta’an.

Rowwad Translation Center