Al-A'raf 7:24

Compare 2 Oromo translations

قَالَ اهْبِطُوا بَعْضُكُمْ لِبَعْضٍ عَدُوٌّ ۖ وَلَكُمْ فِي الْأَرْضِ مُسْتَقَرٌّ وَمَتَاعٌ إِلَىٰ حِينٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Rabbiin) ni jedhe: "Gariin keessan gariif diina haala taataniin bu’aa, Isiniif dachii irra qubsumaafi qananii hanga yeroo murtaa’ee ta'eetu jira."

Gali Ababor

(Rabbiin) ni jedhe: "Gariin keessan gariif diina haala taataniin gadibu’aa, Isiniif dachii irra qubsumaafi qananii hanga yeroo murtaa’eetu jira."

Rowwad Translation Center