Luuxiinis, yeroo inni ummata isaatiin jedhe [yaadadhaa]: "Sila isin badii fokkataa aalama irraa (namni) tokkoyyuu isheedhaan isin hin dursin raawwattuu?
Al-A'raf 7:80
Compare 2 Oromo translations
وَلُوطًا إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ أَتَأْتُونَ الْفَاحِشَةَ مَا سَبَقَكُمْ بِهَا مِنْ أَحَدٍ مِنَ الْعَالَمِينَ
DragHold to move · × to hide
Luuxiinis, yeroo inni (haala kan isaan mormu taheen) ummata isaatiin jedhe (yaadadhaa): "Sila isin badii fokkataa aalama irraa (namni) tokkolleen isheedhaan isin hin dursin hojjattanii?