Nijedhan ummata isaa irraa qondaalonni warra boonanii "Yaa Shu’aybi! nuti dhugumatti, siifi isaan si waliin amananis magaalaa teenya irraa ni baafna; yookiin isin (hunduu) gara amantii keenyaa deebi’uu qabdu" jedhan"Sila odoo kan jibbinus taanee moo!" jedhe.
Al-A'raf 7:88
Compare 2 Oromo translations
قَالَ الْمَلَأُ الَّذِينَ اسْتَكْبَرُوا مِنْ قَوْمِهِ لَنُخْرِجَنَّكَ يَا شُعَيْبُ وَالَّذِينَ آمَنُوا مَعَكَ مِنْ قَرْيَتِنَا أَوْ لَتَعُودُنَّ فِي مِلَّتِنَا ۚ قَالَ أَوَلَوْ كُنَّا كَارِهِينَ
DragHold to move · × to hide
Nijedhan ummata isaa irraa qondaalonni warreen boonan "Yaa Shu’aybi! nuti dhugumatti, sibaafana isaan si waliin amananis magaalaa teenya irraa (nibaafna); yookiin isin (hunduu) gara amantii keenyaa deebi’uu qabdu" jedhan. "Sila odoo kan jibbinus taanellee moo!" jedhe.