The Quran

القرآن الكريمRowwad Translation Center

The Opening · al-Fatihah · سورة الفاتحة · 7 ayahs

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ

(Nin jalqaba) Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin.

الْحَمْدُ لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ

Galanni (Faaruun) hundi tan Rabbii Gooftaa aalamaati.

الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ

Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa.

مَالِكِ يَوْمِ الدِّينِ

Abbaa (mootii) guyyaa murtii (guyyaa galataa).

إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ

Si qofa gabbarra; Si qofatti gargaarsifannas.

اهْدِنَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ

karaa qajeelatti nu qajeelchi.

صِرَاطَ الَّذِينَ أَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ غَيْرِ الْمَغْضُوبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّالِّينَ

Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan (karaa) warra irratti dallanamee hintahin, kan (karaa) jallattootaa (hintahin) (nu qajeelchi)