Thorns · al-Masad · سورة المسد · 5 ayahs

القرآن الكريمRowwad Translation Center

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ

(Nin jalqaba) Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin.

تَبَّتْ يَدَا أَبِي لَهَبٍ وَتَبَّ

Harki lamaan Abuu Lahab badde [Innis] bade.

مَا أَغْنَىٰ عَنْهُ مَالُهُ وَمَا كَسَبَ

Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores (joolleen) isa hin fayyanne.

سَيَصْلَىٰ نَارًا ذَاتَ لَهَبٍ

(Guyyaa qiyaamaa) Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira (isii keessatti gubata).

وَامْرَأَتُهُ حَمَّالَةَ الْحَطَبِ

Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (ibidda seenti).

فِي جِيدِهَا حَبْلٌ مِنْ مَسَدٍ

Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira.