Monotheism · al-Ikhlas · سورة الإخلاص · 4 ayahs

القرآن الكريمRowwad Translation Center

بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ

(Nin jalqaba) Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Taheetiin.

قُلْ هُوَ اللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.

اللَّهُ الصَّمَدُ

Allaahn irkoo waa hundaati.

لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ

Hin dhalle hin dhalannes.

وَلَمْ يَكُنْ لَهُ كُفُوًا أَحَدٌ

Hiriyaan (fakkaataan) tokkoos isaaf hin taane.”