Yunus 10:100

Compare 2 Oromo translations

وَمَا كَانَ لِنَفْسٍ أَنْ تُؤْمِنَ إِلَّا بِإِذْنِ اللَّهِ ۚ وَيَجْعَلُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يَعْقِلُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Lubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin ala amanuun hin taane. Isaan sammuu hin qabne irrattii najisa (adabbii) taasisa.

Gali Ababor

Lubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin malee amanuun hin taane. Isaan sammuu hin qabne irrattii najisa (adabbii) taasisa.

Rowwad Translation Center