Yunus 10:101

Compare 2 Oromo translations

قُلِ انْظُرُوا مَاذَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَمَا تُغْنِي الْآيَاتُ وَالنُّذُرُ عَنْ قَوْمٍ لَا يُؤْمِنُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

“Mee wantoota samiileefi dachii keessa jiran (hunda) ilaalaa” jedhi. Mallattooleefi akeekkachiiftonni namoota hin amanne irraa homaa hin deebisanu.

Gali Ababor

“Mee wantoota samiileefi dachii keessa jiran (hunda) ilaalaa” jedhi. keyyattooleefi akeekkachiiftonni namoota hin amanne irraa homaa hin deebisanu.

Rowwad Translation Center