Yusuf 12:111

Compare 2 Oromo translations

لَقَدْ كَانَ فِي قَصَصِهِمْ عِبْرَةٌ لِأُولِي الْأَلْبَابِ ۗ مَا كَانَ حَدِيثًا يُفْتَرَىٰ وَلَٰكِنْ تَصْدِيقَ الَّذِي بَيْنَ يَدَيْهِ وَتَفْصِيلَ كُلِّ شَيْءٍ وَهُدًى وَرَحْمَةً لِقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Dhugumatti, seenaalee isaanii keessa warra sammuu qabaniif gorsatu jira. Inni (Qur’aanni) oduu lafaa kaafamee odeeffame hin taane. Garuu dhugoomsaa (kitaabban) isa duraati. Addeessaa wantoota hundaati; ummata amananiif qajeelfamaafi rahmata.

Gali Ababor

Dhugumatti, seenaalee isaanii keessa warra aqlii qabaniif gorsatu jira. Inni (Qur’aanni) oduu lafaa kaafamee odeeffame hin taane. Garuu dhugoomsaa (kitaabban) isa duraati. Addeessaa wantoota hundaati; qajeelfamaafi rahmata ummata amananiif.

Rowwad Translation Center