Alif Laam Miim Raa tun keeyyattoota kitaabaati, Inni Gooftaa kee biraa gara keetti buufame dhugaadha. Garuu irra hedduun namaa hin amananu.
Ar-Ra'd 13:1
Compare 2 Oromo translations
المر ۚ تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ ۗ وَالَّذِي أُنْزِلَ إِلَيْكَ مِنْ رَبِّكَ الْحَقُّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يُؤْمِنُونَ
DragHold to move · × to hide
Alif Laam Miim Raa tun keeyyattoota kitaabaati, Inni Gooftaa kee irraa gara keetti buufame dhugaadha. Garuu irra hedduun namaa hin amananu.