Yusuf 12:14

Compare 2 Oromo translations

قَالُوا لَئِنْ أَكَلَهُ الذِّئْبُ وَنَحْنُ عُصْبَةٌ إِنَّا إِذًا لَخَاسِرُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

[Isaan] ni jedhan: “yoo yeyyiin isa nyaatte Odoo nuti garee taanee jirruu , dhugumatti nuti yeroo san hoongoftoota.”

Gali Ababor

[Isaan] ni jedhan: “yoo yeyyiin isa nyaatte Odoo nuti garee taanee jirruu, nuti yeroo san hoongoftoota.”

Rowwad Translation Center