Yeroma isaan deemanii boolla gadi fagoo keessatti isa gatuutti walii galan (isa darban). Nuti gara isaatti beeksifne “dhugumatti, ati dhimma isaanii kana isaanitti himta odoo isaan (si) hin beekin ” jechuun.
Yusuf 12:15
Compare 2 Oromo translations
فَلَمَّا ذَهَبُوا بِهِ وَأَجْمَعُوا أَنْ يَجْعَلُوهُ فِي غَيَابَتِ الْجُبِّ ۚ وَأَوْحَيْنَا إِلَيْهِ لَتُنَبِّئَنَّهُمْ بِأَمْرِهِمْ هَٰذَا وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
DragHold to move · × to hide
Yeroma isaan deemanii boolla gadi fagoo keessatti isa darbutti walii galan (isa darban). Nuti gara isaatti beeksifne “dhugumatti, ati hojii isaanii kana isaanitti himta odoo isaan (si) hin beekin” jechuun.