Yusuf 12:4

Compare 2 Oromo translations

إِذْ قَالَ يُوسُفُ لِأَبِيهِ يَا أَبَتِ إِنِّي رَأَيْتُ أَحَدَ عَشَرَ كَوْكَبًا وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ رَأَيْتُهُمْ لِي سَاجِدِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo Yuusuf abbaa isaatin jedhe “Yaa abbaa kiyya! Ani (abjuudhaan) urjiiwwan kudha tokko, aduufi ji’a argeera; kan anaaf sujuuda godhan ta’anii isaan argeen jira” [yaadadhu].

Gali Ababor

Yeroo Yuusuf abbaa isaatin jedhe “Yaa abbaa kiyya! Ani (manaamaan) urjiiwwan kudha tokko, aduufi ji’a argeera; kan anaaf sujuuda godhan ta’anii isaan argeen jira” [yaadadhu].

Rowwad Translation Center