(Abbaan isaas) ni jedhe: “Yaa ilma kiyya! abjuu kee obboleeyyan keetti hin himin shira sirratti shiruu, Dhugumatti, sheyxaanni namaaf diina ifa bahaadha.
Yusuf 12:5
Compare 2 Oromo translations
قَالَ يَا بُنَيَّ لَا تَقْصُصْ رُؤْيَاكَ عَلَىٰ إِخْوَتِكَ فَيَكِيدُوا لَكَ كَيْدًا ۖ إِنَّ الشَّيْطَانَ لِلْإِنْسَانِ عَدُوٌّ مُبِينٌ
DragHold to move · × to hide
(Abbaan isaas) ni jedhe: “Yaa ilma kiyya! manaama kee obboleeyyan keetti hin himin shira sirratti shiruu, sheyxaanni ilmaan namaatiif diina ifa bahaadha.