Ar-Ra'd 13:31

Compare 2 Oromo translations

وَلَوْ أَنَّ قُرْآنًا سُيِّرَتْ بِهِ الْجِبَالُ أَوْ قُطِّعَتْ بِهِ الْأَرْضُ أَوْ كُلِّمَ بِهِ الْمَوْتَىٰ ۗ بَلْ لِلَّهِ الْأَمْرُ جَمِيعًا ۗ أَفَلَمْ يَيْأَسِ الَّذِينَ آمَنُوا أَنْ لَوْ يَشَاءُ اللَّهُ لَهَدَى النَّاسَ جَمِيعًا ۗ وَلَا يَزَالُ الَّذِينَ كَفَرُوا تُصِيبُهُمْ بِمَا صَنَعُوا قَارِعَةٌ أَوْ تَحُلُّ قَرِيبًا مِنْ دَارِهِمْ حَتَّىٰ يَأْتِيَ وَعْدُ اللَّهِ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يُخْلِفُ الْمِيعَادَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Odoo Qur’aanni gaarreen (iddoo isaanii irraa) isaan deemanii, yookiin dachiin isaan ciccittee, yookiin du’aan isaan dubbifameeyyuu (hin amananu). Amriin hunduu Rabbumaafi. Sila isaan amanan akka Rabbiin odoo fedhee namoota hunda qajeelchu hin beekanuu? Isaan kafaran waan isaan dalaganiin qalbi dhooftuun isaan tuqxu ta’uu irraa yookiin manneen isaaniitti dhihoo qubachuu irraa hin deemtu, hanga waadaan Rabbii dhufutti. Dhugumatti, Rabbiin waadaa hin diigu.

Gali Ababor

Odoo Qur’aanni gaarreen (iddoo isaanii irraa) isaan deemanii, yookiin dachiin isaan ciccittee, yookiin du’aan isaan dubbifameeyyuu (hin amananu). Amriin hunduu Rabbumaafi. Sila isaan amanan akka Rabbiin odoo fedhee namoota hunda qajeelchu hin beekanuu? Isaan kafaran waan isaan dalaganiin qalbi dhooftuun isaan tuqxu ta’uu irraa yookiin manneen isaaniitti dhihoo qubachuu irraa hin deemtu, hanga waadaan Rabbii dhufutti. Rabbiin waadaa hin diigu.

Rowwad Translation Center