Ergamoota si duraattis qishnaan itti godhameera; isaan kafaraniif beellama godheen sana booda isaan qabe. adabbiin kiyya akkam ta’e ree!
Ar-Ra'd 13:32
Compare 2 Oromo translations
وَلَقَدِ اسْتُهْزِئَ بِرُسُلٍ مِنْ قَبْلِكَ فَأَمْلَيْتُ لِلَّذِينَ كَفَرُوا ثُمَّ أَخَذْتُهُمْ ۖ فَكَيْفَ كَانَ عِقَابِ
DragHold to move · × to hide
Ergamoota si duraattis qishnaan itti godhameera; isaan kafaraniif qaba qabe sana booda isaan qabe. adabbiin kiyya akkam ta’e ree!