Yoo haaloo bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaa. Yoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha.
An-Nahl 16:126
Compare 2 Oromo translations
وَإِنْ عَاقَبْتُمْ فَعَاقِبُوا بِمِثْلِ مَا عُوقِبْتُمْ بِهِ ۖ وَلَئِنْ صَبَرْتُمْ لَهُوَ خَيْرٌ لِلصَّابِرِينَ
DragHold to move · × to hide
Yoo haaloo (gadoo) bahattan fakkaatuma waan miidhamtaniitiin bahadhaa (irra hincaalchisinaa). Yoo obsitan immoo obsitootaaf isatu caalaadha.