Obsi; obsuun kee (si dandeessisuu) Rabbiitiin malee hin taane, Isaan irratti hin gaddin, Tooftaa isaan baasan irraa dhiphina keessatti hin ta’in.
An-Nahl 16:127
Compare 2 Oromo translations
وَاصْبِرْ وَمَا صَبْرُكَ إِلَّا بِاللَّهِ ۚ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُ فِي ضَيْقٍ مِمَّا يَمْكُرُونَ
DragHold to move · × to hide
Obsi; obsuun kee (si dandeessisuun) Rabbiin malee hin taane, Isaan irratti hin gaddin, shira isaan xaxanirraa dhiphina keessatti hin ta’in.