Al-Isra' 17:35

Compare 2 Oromo translations

وَأَوْفُوا الْكَيْلَ إِذَا كِلْتُمْ وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ ۚ ذَٰلِكَ خَيْرٌ وَأَحْسَنُ تَأْوِيلًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo safartanis safara guutaa. Madaala qajeelaa ta’eenis madaalaa. Kun waan gaariidha; booddeen isaas bareedaadha.

Gali Ababor

Yeroo safartan safara guutaa. Miizaana qajeelaa ta’een madaalaa. Kun waan gaariidha; booddeen isaas bareedaadha.

Rowwad Translation Center