Al-Isra' 17:36

Compare 2 Oromo translations

وَلَا تَقْفُ مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ ۚ إِنَّ السَّمْعَ وَالْبَصَرَ وَالْفُؤَادَ كُلُّ أُولَٰئِكَ كَانَ عَنْهُ مَسْئُولًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Waan beekumsa isaa hin qabne hin hordofin. Dhugumatti, dhageettiin argaaniifi onneenis, kun hundinuu isa irraa gaafatamaa ta’eera.

Gali Ababor

Waan beekumsa isaa hin qabne hin hordofin. dhageettiin argaaniifi onneenis, kun hundinuu (ilmi namaa) isa irraa gaafatamaa ta’eera.

Rowwad Translation Center