Al-Baqarah 2:142

Compare 2 Oromo translations

سَيَقُولُ السُّفَهَاءُ مِنَ النَّاسِ مَا وَلَّاهُمْ عَنْ قِبْلَتِهِمُ الَّتِي كَانُوا عَلَيْهَا ۚ قُلْ لِلَّهِ الْمَشْرِقُ وَالْمَغْرِبُ ۚ يَهْدِي مَنْ يَشَاءُ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُسْتَقِيمٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Namoota irraa warri gowwaan "Sila qiblaa irratti tahan (Beytal-Maqdis) irraa maaltu isaan garagalche?" jedhu. "Bahaafi Dhihaas kanuma Rabbiiti. Inni nama fedhe gara karaa sirrii qajeelcha" jedhi.

Gali Ababor

Namoota irraa warri gowwaan "Sila qiblaa irratti tahan (Beytal-Maqdis) irraa maaltu isaan garagalche?" jedhu. "Bahaafi Dhiitis kan Rabbiiti. Inni nama fedhe gara karaa sirrii qajeelcha" jedhi.

Rowwad Translation Center