Yaa warra amantan! Soomni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti (dirqama ta’etti) isin irrattis barreeffameeraو Akka isin Rabbiin sodaattaniif.
Al-Baqarah 2:183
Compare 2 Oromo translations
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِنْ قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ
DragHold to move · × to hide
Yaa warra amantan! Soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti (dirqama ta’etti) isin irrattis barreeffameera, Akka isin Rabbiin sodaattaniif.