Al-Baqarah 2:184

Compare 2 Oromo translations

أَيَّامًا مَعْدُودَاتٍ ۚ فَمَنْ كَانَ مِنْكُمْ مَرِيضًا أَوْ عَلَىٰ سَفَرٍ فَعِدَّةٌ مِنْ أَيَّامٍ أُخَرَ ۚ وَعَلَى الَّذِينَ يُطِيقُونَهُ فِدْيَةٌ طَعَامُ مِسْكِينٍ ۖ فَمَنْ تَطَوَّعَ خَيْرًا فَهُوَ خَيْرٌ لَهُ ۚ وَأَنْ تَصُومُوا خَيْرٌ لَكُمْ ۖ إِنْ كُنْتُمْ تَعْلَمُونَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Guyyoota lakkaawamtuu (soomaa) Isin irraa namni dhukkubsataa yookiin karaa deemsarratti ta’e, guyyaa biraa irraa lakkaawwachuutu (isa irra jira) Warra isa (Soomuu) (osoo itti ulfaatuu uf dirqan) danda’an irratti kaffaltii (yoo soomana dhiisan) (fidyaa) hiyyeessa nyaachisuutu jira. Namni fedha isaatiin toltuu dabalatee hojjate, sun isaaf caalaadha. soomuutu isiniif caala Yoo kan beektan taataniif.

Gali Ababor

Guyyoota lakkaawamtuu (soomaa). Isin irraa namni dhukkubsataa yookiin karaa deemsarratti ta’e (soomana furuu dandaya), guyyaa biraa irraa lakkaawwachuutu (qadaa baasuutu) (isa irra jira) Warra isa (Soomuu) (osoo itti ulfaatuu uf dirqan) danda’an irratti kaffaltii (yoo soomana dhiisan) (fidyaa) hiyyeessa nyaachisuutu jira. Namni fedha isaatiin toltuu dabalatee hojjate, sun isaaf caalaadha. soomuutu isiniif caala Yoo kan beektan taataniif.

Rowwad Translation Center