Al-Baqarah 2:223

Compare 2 Oromo translations

نِسَاؤُكُمْ حَرْثٌ لَكُمْ فَأْتُوا حَرْثَكُمْ أَنَّىٰ شِئْتُمْ ۖ وَقَدِّمُوا لِأَنْفُسِكُمْ ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ وَاعْلَمُوا أَنَّكُمْ مُلَاقُوهُ ۗ وَبَشِّرِ الْمُؤْمِنِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Niitiiwwan keessan isiniif oyruudha. Oyruu keessan akkaataa feetaniin itti dhaqaa. Lubbuu keessaniif gaarii dabarfadhaa. Rabbiin sodaadhaa; Isa qunnamuu keessanis beekaa. Mu’uminoota gammachiisi.

Gali Ababor

Niitiiwwan keessan isiniif oyruudha. Oyruu keessan akkaataa feetaniin (bakkuma takkitti hormaataa sanitti) itti dhaqaa. Lubbuu keessaniif gaarii durfadhaa. Rabbiin sodaadhaa; beekaa isin isa qunnamoodhaa. Mu’uminoota gammachiisi.

Rowwad Translation Center