Al-Baqarah 2:224

Compare 2 Oromo translations

وَلَا تَجْعَلُوا اللَّهَ عُرْضَةً لِأَيْمَانِكُمْ أَنْ تَبَرُّوا وَتَتَّقُوا وَتُصْلِحُوا بَيْنَ النَّاسِ ۗ وَاللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Rabbiin kakachuu keessan sababa hingodhatinaa Akka toltuu hin hojjanne, Rabbiin hin sodaanneefi gidduu namootaatti araara hin buufne Rabbiin dhagayaa, beekaadha.

Gali Ababor

Rabbiin kakachuu keessan sababaa hingodhatinaa Akka toltuu hin hojjanne, akka Rabbiin hin sodaanneefi akka gidduu namootaatti araara hin buufne. Rabbiin dhagayaa, beekaadha.

Rowwad Translation Center