Yeroo Nuti malaa’ikootaan "Aadamiif sujuuda godhaa" jenne [yaadadhu]. Ibliis malee Isaan sujuuda godhan; [Inni] ni dide; ni boones, Kaafiroota irraa ta’e.
Al-Baqarah 2:34
Compare 2 Oromo translations
وَإِذْ قُلْنَا لِلْمَلَائِكَةِ اسْجُدُوا لِآدَمَ فَسَجَدُوا إِلَّا إِبْلِيسَ أَبَىٰ وَاسْتَكْبَرَ وَكَانَ مِنَ الْكَافِرِينَ
DragHold to move · × to hide
Yeroo Nuti malaa’ikootaan "Aadamiif sujuuda godhaa" jenne (yaadadhu). Ibliis malee Isaan sujuuda godhan; (Inni) ni dide; ni boones, Kaafiroota irraa ta’e.