Sanduuqa keessa isa (daa’ima) kaayi; laga keessatti isa darbi; Lagichi moggaatti isa darbeeti diinni kiyyaafi diinni isaas isa fudhata. Jaalala Ana biraa ta’e si irratti darbeera; argaa ija tiyyaa (tika kiyya) irratti akka guddattuuf.
Ta-Ha 20:39
Compare 2 Oromo translations
أَنِ اقْذِفِيهِ فِي التَّابُوتِ فَاقْذِفِيهِ فِي الْيَمِّ فَلْيُلْقِهِ الْيَمُّ بِالسَّاحِلِ يَأْخُذْهُ عَدُوٌّ لِي وَعَدُوٌّ لَهُ ۚ وَأَلْقَيْتُ عَلَيْكَ مَحَبَّةً مِنِّي وَلِتُصْنَعَ عَلَىٰ عَيْنِي
DragHold to move · × to hide
(Akkanaan isii ajajne) Sanduuqa keessa isa (daa’ima) kaayi; laga (niil) keessatti isa (sanduuqicha) darbi; Lagichi moggaatti isa darbeeti diinni kiyyaafi diinni isaas (fir'owna) isa fudhata. Jaalala Ana biraa ta’e si irratti darbeera (sijaaladheera); argaa ija tiyyaa (tika kiyya) irratti akka guddattuuf.