Aal 'Imran 3:35

Compare 2 Oromo translations

إِذْ قَالَتِ امْرَأَتُ عِمْرَانَ رَبِّ إِنِّي نَذَرْتُ لَكَ مَا فِي بَطْنِي مُحَرَّرًا فَتَقَبَّلْ مِنِّي ۖ إِنَّكَ أَنْتَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo niitiin Imraan jette “Gooftaa kiyya! ani waan garaa kiyya keessa jiru (ulfa) bilisa godhee siif nazareeraa narraa qeebali Dhugumatti Ati simatu dhagayaa, beekaadha.” [yaadadhu].

Gali Ababor

Yeroo niitiin Imraan jette (yaadadhu) “Gooftaa kiyya! ani waan garaa kiyya keessa jiru (ilmoo ulfaa) bilisa godhee siif nazareeraa narraa qeebali Ati simatu dhagayaa, beekaadha.”

Rowwad Translation Center