Aal 'Imran 3:36

Compare 2 Oromo translations

فَلَمَّا وَضَعَتْهَا قَالَتْ رَبِّ إِنِّي وَضَعْتُهَا أُنْثَىٰ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا وَضَعَتْ وَلَيْسَ الذَّكَرُ كَالْأُنْثَىٰ ۖ وَإِنِّي سَمَّيْتُهَا مَرْيَمَ وَإِنِّي أُعِيذُهَا بِكَ وَذُرِّيَّتَهَا مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroma ishee deesses “Gooftaa kiyya! ani dubran daye" jette. Rabbiin irra beekaa waan isheen deesseeti. “Dhiirri akka durbaa hin taane. Ani Maryam ishee moggaaseera. Ani sheyxaana abaaramaa irraa isheefi sanyii ishees siinan tiksa” [jette].

Gali Ababor

Yeroma ishee deesse “Gooftaa kiyya! ani ishee dubran daye" jette. Rabbiin waan isheen deesse beekaadha. “Dhiirri akka durbaati miti. Ani (maqaa) ishee Maryam moggaaseera. Ani isheefi sanyii ishees sheyxaana abaaramaa irraa siin tiksa (sittin maganfadha)” (jette).

Rowwad Translation Center