Saba' 34:50

Compare 2 Oromo translations

قُلْ إِنْ ضَلَلْتُ فَإِنَّمَا أَضِلُّ عَلَىٰ نَفْسِي ۖ وَإِنِ اهْتَدَيْتُ فَبِمَا يُوحِي إِلَيَّ رَبِّي ۚ إِنَّهُ سَمِيعٌ قَرِيبٌ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

“Yoon jalladhes, kan ani jalladhu lubbuu kiyya irratti. Yoon karaa qajeelaa qabadhes, waan Rabbiin kiyya gara kiyyatti erguuni. Inni dhagayaa, dhihaataadha” jedhi.

Gali Ababor

“Yoon jalladhe, kan ani jalladhu lubbuu kiyya irratti. Yoon karaa qajeelaa qabadhes, waan Rabbiin kiyya gara kiyyatti erguuni. Inni dhagayaa, dhihaataadha” jedhi.

Rowwad Translation Center