Saba' 34:51

Compare 2 Oromo translations

وَلَوْ تَرَىٰ إِذْ فَزِعُوا فَلَا فَوْتَ وَأُخِذُوا مِنْ مَكَانٍ قَرِيبٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Yaa Mohammad SAW!) odoo yeroo isaan (ibidda arganii) rifatan agartee, (silaa waan guddaa agarta). Iddoon itti bahanis (isaaniif) hin jiru. Iddoo dhihoo irraa qabamanii jiru.

Gali Ababor

(Yaa Mohammad SAW!) odoo yeroo isaan (ibidda arganii) rifatan agartee, (silaa waan guddaa agarta). Iddoon itti bahan (isaaniif) hin jiru. Iddoo dhihoo irraa qabamanii jiru.

Rowwad Translation Center