Yeroo salaata raawwattan, dhaabbataa, taa'aafi cinaachoowwan keessan irra haala taataniin Rabbiin faarsaa. Yeroo tasgabbooftan salaata dhaabaa. Dhugumatti, salaanni mu’uminoota irratti dirqama yeroon isaa murtaa’e ta’eera.
An-Nisa' 4:103
Compare 2 Oromo translations
فَإِذَا قَضَيْتُمُ الصَّلَاةَ فَاذْكُرُوا اللَّهَ قِيَامًا وَقُعُودًا وَعَلَىٰ جُنُوبِكُمْ ۚ فَإِذَا اطْمَأْنَنْتُمْ فَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ ۚ إِنَّ الصَّلَاةَ كَانَتْ عَلَى الْمُؤْمِنِينَ كِتَابًا مَوْقُوتًا
DragHold to move · × to hide
Yeroo salaata raawwattan, dhaabbataa, taa'aafi cinaachoowwan keessan irra (ciisoo) haala taataniin Rabbiin faarsaa. Yeroo tasgabbooftan salaata dhaabaa. Salaanni mu’uminoota irratti dirqama yeroon isaa murtaa’e ta’eera.