An-Nisa' 4:111

Compare 2 Oromo translations

وَمَنْ يَكْسِبْ إِثْمًا فَإِنَّمَا يَكْسِبُهُ عَلَىٰ نَفْسِهِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Namni badii oomishes, kan inni isa oomishu lubbuma isaa irratti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta'eera.

Gali Ababor

Namni badii oomishe, kan inni isa oomishu lubbuma isaa irratti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta'eera.

Rowwad Translation Center