Isaanis nan jallisa; isaan nan hawwisiisas; isaanis nan ajajaa gurra beeyladaa ni tarsaasu; isaan nan ajajaa uumama Rabbii ni jijjiiru." Namni Rabbiin malee sheyxaana jaalallee godhate, inni dhugumatti hoongoo ifa ta’e hoonga’eera.
An-Nisa' 4:119
Compare 2 Oromo translations
وَلَأُضِلَّنَّهُمْ وَلَأُمَنِّيَنَّهُمْ وَلَآمُرَنَّهُمْ فَلَيُبَتِّكُنَّ آذَانَ الْأَنْعَامِ وَلَآمُرَنَّهُمْ فَلَيُغَيِّرُنَّ خَلْقَ اللَّهِ ۚ وَمَنْ يَتَّخِذِ الشَّيْطَانَ وَلِيًّا مِنْ دُونِ اللَّهِ فَقَدْ خَسِرَ خُسْرَانًا مُبِينًا
DragHold to move · × to hide
Isaanis nan jallisa; isaan (hawwii kijibaa) nan hawwisiisas; isaan nan ajajaa gurra beeyladaa ni tarsaasu; isaan nan ajajaa uumama Rabbii ni jijjiiru." Namni Rabbiin malee sheyxaana jaalallee godhate, inni dhugumatti hoongoo ifa ta’e hoonga’eera.