Namni mindaa addunyaa kan fedhu ta'e, mindaan addunyaafi Aakhiraa Rabbiin bira qofa jira. Rabbiin dhaga’aa, argaa ta’eera.
An-Nisa' 4:134
Compare 2 Oromo translations
مَنْ كَانَ يُرِيدُ ثَوَابَ الدُّنْيَا فَعِنْدَ اللَّهِ ثَوَابُ الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
DragHold to move · × to hide
Namni mindaa addunyaa kan fedhu ta'e, mindaan addunyaafi Aakhiraa Rabbiin bira qofa jira (isarraa haabarbaaduu). Rabbiin dhaga’aa, argaa ta’eera.