Dhugumatti isaan amananii ergasii kafaran, ergasii amananii ergasii kafaran, ergasiis kufrii daddabalatan, Rabbiin kan isaaniif araaramuufi kan karaa isaan qajeelchu hin taane.
An-Nisa' 4:137
Compare 2 Oromo translations
إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا ثُمَّ آمَنُوا ثُمَّ كَفَرُوا ثُمَّ ازْدَادُوا كُفْرًا لَمْ يَكُنِ اللَّهُ لِيَغْفِرَ لَهُمْ وَلَا لِيَهْدِيَهُمْ سَبِيلًا
DragHold to move · × to hide
Isaan amananii ergasii kafaran, ergasii amananii ergasii kafaran, ergasiis kufrii dabalatan, Rabbiin kan isaaniif araaramu, kan karaa isaan qajeelchu hin taane.