(Isaan) warra mu’uminootaa gaditti kaafiroota jaalallee godhataniidha. Sila jabeenya isaan bira barbaaduu? Dhugumatti, jabeenyi hundi kan Rabbiiti.
An-Nisa' 4:139
Compare 2 Oromo translations
الَّذِينَ يَتَّخِذُونَ الْكَافِرِينَ أَوْلِيَاءَ مِنْ دُونِ الْمُؤْمِنِينَ ۚ أَيَبْتَغُونَ عِنْدَهُمُ الْعِزَّةَ فَإِنَّ الْعِزَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا
DragHold to move · × to hide
(Isaan) warra mu’uminootaa dhiisanii kaafiroota jaalallee godhataniidha. Sila jabeenya isaan bira barbaadanii? Dhugumatti, jabeenyi hundi kan Rabbiiti.