Dhugumatti munaafiqoonni Rabbiin ganu. Innis (mindaa dalagaa isaaniitiif) ganaa isaaniiti. Yeroo gara salaataa ka'anis, taatiyaahaa (hifataa) dhaabbatu, nama argisiifatan . Xiqqoo malee Rabbiin hin faarsanu.
An-Nisa' 4:142
Compare 2 Oromo translations
إِنَّ الْمُنَافِقِينَ يُخَادِعُونَ اللَّهَ وَهُوَ خَادِعُهُمْ وَإِذَا قَامُوا إِلَى الصَّلَاةِ قَامُوا كُسَالَىٰ يُرَاءُونَ النَّاسَ وَلَا يَذْكُرُونَ اللَّهَ إِلَّا قَلِيلًا
DragHold to move · × to hide
Munaafiqoonni Rabbiin ganu. Innis (mindaa dalagaa isaaniitiif) ganaa isaaniiti. Yeroo gara salaataa ka'anis, taatiyaahaa (hifataa) dhaabbatu, nama argisiifatan. Xiqqoo malee Rabbiin hin faarsan.