Waadaa isaan galchuuf gaara isaan irratti ol kaafnee, “sujuuda godhaa balbalicha seenaa” isaaniin jenne, “Sanbata keessattis daangaa hin tarinaa" isaaniin jenne, Waadaa ulfaataa isaan irraa fuune.
An-Nisa' 4:154
Compare 2 Oromo translations
وَرَفَعْنَا فَوْقَهُمُ الطُّورَ بِمِيثَاقِهِمْ وَقُلْنَا لَهُمُ ادْخُلُوا الْبَابَ سُجَّدًا وَقُلْنَا لَهُمْ لَا تَعْدُوا فِي السَّبْتِ وَأَخَذْنَا مِنْهُمْ مِيثَاقًا غَلِيظًا
DragHold to move · × to hide
Waadaa isaan galchuuf gaara isaan irratti ol kaafnee, “sujuuda godhaa balbalicha seenaa” isaaniin jenne, “Sanbata keessatti (qurxummii al'ooluun) daangaa hin tarinaa" isaaniin jenne, Waadaa ulfaataa isaan irraa fuune.