An-Nisa' 4:170

Compare 2 Oromo translations

يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَكُمُ الرَّسُولُ بِالْحَقِّ مِنْ رَبِّكُمْ فَآمِنُوا خَيْرًا لَكُمْ ۚ وَإِنْ تَكْفُرُوا فَإِنَّ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

isin Yaa namootaa! Dhugumatti, ergamaan Gooftaa keessan irraa ta’ee dhugaan isinitti dhufeeraa; isatti amanaa caalaa isiniif (ta'aa). Yoo kafartan, wantoonni samiifi dachii keessaa kan Rabbiiti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta’eera.

Gali Ababor

isin Yaa ilmaan namaa! Dhugumatti, ergamaan Gooftaa keessan irraa ta’ee dhugaan isinitti dhufeeraa; (isatti) amanaa caalaa isiniif (ta'aa). Yoo kafartan, wantoonni samiifi dachii keessaa kan Rabbiiti. Rabbiin beekaa, ogeessa ta’eera.

Rowwad Translation Center