Isaannan amananiifi gaggaarii hojjatan, mindaalee isaanii isaaniif guuta,Tola Isaa irraas isaaniif dabala. Isaannan nuffaniifi boonan adabbii laalessaa isaan adaba. Isaaniifi Rabbii gaditti jaalallees ta’ee tumsaa hin argatanu.
An-Nisa' 4:173
Compare 2 Oromo translations
فَأَمَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ فَيُوَفِّيهِمْ أُجُورَهُمْ وَيَزِيدُهُمْ مِنْ فَضْلِهِ ۖ وَأَمَّا الَّذِينَ اسْتَنْكَفُوا وَاسْتَكْبَرُوا فَيُعَذِّبُهُمْ عَذَابًا أَلِيمًا وَلَا يَجِدُونَ لَهُمْ مِنْ دُونِ اللَّهِ وَلِيًّا وَلَا نَصِيرًا
DragHold to move · × to hide
Isaannan amananiifi gaggaarii hojjatan, mindaalee isaanii isaaniif guuta,Tola Isaa irraas isaaniif dabala. Isaannan nuffaniifi boonan adabbii laalessaa isaan adaba. Isaaniifi Rabbii gaditti jaalalleefii tumsaa hin argatanu.