An-Nisa' 4:18

Compare 2 Oromo translations

وَلَيْسَتِ التَّوْبَةُ لِلَّذِينَ يَعْمَلُونَ السَّيِّئَاتِ حَتَّىٰ إِذَا حَضَرَ أَحَدَهُمُ الْمَوْتُ قَالَ إِنِّي تُبْتُ الْآنَ وَلَا الَّذِينَ يَمُوتُونَ وَهُمْ كُفَّارٌ ۚ أُولَٰئِكَ أَعْتَدْنَا لَهُمْ عَذَابًا أَلِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Tawbaan hintaane warra badiilee hojjatanii hanga tokkoon isaaniitti duuti dhufutti "ani amma tawbadhe" jedhaniifi. isaannan kaafiroota ta’anii du’aniifis (qeebalamtuu hin taane). Warra san Nuti azaaba laalessaa isaaniif qopheessinee jirra.

Gali Ababor

Tawbaan hintaane warra badiilee hojjatanii hanga tokkoon isaaniitti duuti dhufutti (yoggus) "ani amma tawbadhe" jedhaniifi. isaannan kaafiroota ta’anii du’aniifis (qeebalamtuu hin taane). Warra san Nuti azaaba laalessaa isaaniif qopheessinee jirra.

Rowwad Translation Center