Dubartoota irraa isaan abbootiin keessan fuudhan hin fuudhinaa. waan dabre malee, Dhugumatti inni fokkataa, jibbamaafi karaan isaa hamaa ta'ee jira.
An-Nisa' 4:22
Compare 2 Oromo translations
وَلَا تَنْكِحُوا مَا نَكَحَ آبَاؤُكُمْ مِنَ النِّسَاءِ إِلَّا مَا قَدْ سَلَفَ ۚ إِنَّهُ كَانَ فَاحِشَةً وَمَقْتًا وَسَاءَ سَبِيلًا
DragHold to move · × to hide
Dubartoota irraa isaan abbootiin keessan fuudhan hin fuudhinaa. waan dabre malee, inni fokkataa, jibbamaafi karaan isaa hamaa ta'ee jira.