An-Nisa' 4:31

Compare 2 Oromo translations

إِنْ تَجْتَنِبُوا كَبَائِرَ مَا تُنْهَوْنَ عَنْهُ نُكَفِّرْ عَنْكُمْ سَيِّئَاتِكُمْ وَنُدْخِلْكُمْ مُدْخَلًا كَرِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yoo badii gugurdoo irraa dhoowwamtantanirraa fagaattan, badiilee (xixiqqaa) keessan isin irraa haqna, seensa kabajaa isin seensifna.

Gali Ababor

Yoo badii gugurdoo irraa dhoowwamtanirraa fagaattan, badiilee (xixiqqaa) teessan isin irraa haqna, seensa kabajaa (jannata) isin seensifna.

Rowwad Translation Center