Isaannan donnoomanii, namootas donnummatti ajajaniifi waan Rabbiin tola Isaa irraa isaaniif kenne dhoksan (hin jaalatu). Kaafirootaaf adabbii salphisaa qopheessinee jirra.
An-Nisa' 4:37
Compare 2 Oromo translations
الَّذِينَ يَبْخَلُونَ وَيَأْمُرُونَ النَّاسَ بِالْبُخْلِ وَيَكْتُمُونَ مَا آتَاهُمُ اللَّهُ مِنْ فَضْلِهِ ۗ وَأَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ عَذَابًا مُهِينًا
DragHold to move · × to hide
Isaannan dony'oomanii, namootas dony'ummatti ajajaniifii waan Rabbiin tola Isaa irraa isaaniif kenne dhoksan (Rabbiin hin jaalatu). Kaafirootaaf adabbii salphisaa qopheessinee jirra.