Guyyaa san warri kafaraniifi ergamicha faallessan odoo dachiin isaan irratti wal qixxaattee jaalatu. Isaani haasawa Rabbiin hindhoksan.
An-Nisa' 4:42
Compare 2 Oromo translations
يَوْمَئِذٍ يَوَدُّ الَّذِينَ كَفَرُوا وَعَصَوُا الرَّسُولَ لَوْ تُسَوَّىٰ بِهِمُ الْأَرْضُ وَلَا يَكْتُمُونَ اللَّهَ حَدِيثًا
DragHold to move · × to hide
Guyyaa san warri kafaraniifi ergamicha faallessan odoo (biyyee tahanii) dachiin isaan irratti wal qixxaattee jaalatu. Isaan haasawa Rabbiin hindhoksan.