Dhugumatti warra keeyyattoota keenyatti kafaran, Nuti ibidda isaan seensifna. Dhawaata gogaaleen isaanii gubatuun,gogaalee isheen alaa isaaniif jijjiirra, akka isaan adabbii dhandhamaniif jecha. Dhugumatti Rabbiin injifataa' ogeessa ta'e.
An-Nisa' 4:56
Compare 2 Oromo translations
إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا سَوْفَ نُصْلِيهِمْ نَارًا كُلَّمَا نَضِجَتْ جُلُودُهُمْ بَدَّلْنَاهُمْ جُلُودًا غَيْرَهَا لِيَذُوقُوا الْعَذَابَ ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَزِيزًا حَكِيمًا
DragHold to move · × to hide
Warra keeyyattoota keenyatti kafaran, Nuti (guyyaa qiyaamaa) ibidda isaan seensifna. Dhawaata gogaaleen isaanii gubatuun, gogaalee biraa isaaniif jijjiirra, akka isaan azaaba dhandhamaniif jecha. Rabbiin injifataa' ogeessa ta'e.