An-Nisa' 4:74

Compare 2 Oromo translations

فَلْيُقَاتِلْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ الَّذِينَ يَشْرُونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا بِالْآخِرَةِ ۚ وَمَنْ يُقَاتِلْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ فَيُقْتَلْ أَوْ يَغْلِبْ فَسَوْفَ نُؤْتِيهِ أَجْرًا عَظِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

(Mu’uminoonni) isaan jireenya addunyaa isa Aakhiraatti gurguratan karaa Rabbii keessatti haa lolani.Namni karaa Rabbii keessatti lolee ergasii ajjeefame yookiin injifate, Nuti ganaa mindaa guddaa isaaf kennina.

Gali Ababor

(Mu’uminoonni) isaan jireenya addunyaa isa Aakhiraatti gurguratan karaa Rabbii keessatti haa lolani. Namni karaa Rabbii keessatti lolee ergasii ajjeefame yookiin injifate, Nuti ganaa mindaa guddaa isaaf kennina.

Rowwad Translation Center